ABUT konkolaattota 300 ol qopheessee qabeenyaa Wurgeessaafi Wucaalee jiru saameera jedhamee

Mana maree bakka bu’oota Ummataan shororkeessaa kan jedhamee ABUT konkolaattota 300 ol qopheessee qabeenyaa Mootummaafi namootii dhuunfaa naannoowwan DalaantaaWurgeessaafi Wucaalee jiru saamuu isaa jiraattonni naannichaa Addis Maaladaatti himaniiru. Madden odeeffannoo Addis Maaladaa kan dubbatan torbee darbee Onkololeessa 2014 torbeelammaffaati ABUT…

Source: Link to the Post

Leave a Reply