Addis Ababaatti namoonni kuma 102 ta’an guyyaa tokkotti waan nyaatan akka hin arganne ibsame

Addis Ababaatti lammiiwwan kuma 102 ta’an guyyaatti of sooruu akka hindandeenye biiroon dhimmi hojjetaafi hawaasummaa bulchiinsa Addis Ababaa Addis Maaladaatti himeera. Biiroon dhimma hojjetaafi hawaasummaa bulchiinsichaa quu’annoo quu’achiiseen Magaalaa Addis Ababaatti lammiiwwan kuma 100fi kuma 2 ga’an guyyaatti yeroo tokkollee…

Source: Link to the Post

Leave a Reply