Godina Konsootti gaafii caasaa bulchiisaa gaafachuu isaaniitiin lamiileen kuma 80 ta’an buqqa’uun isaanii dhaga’amee

Naannoo saba sablamootaafii ummattoota kibbaa godina Konsootti bara 2011 jalqabee gaafii caasaa bulchiinsaa gaafachuu isaaniitiin lamiileen kuma 80 ol manaafi qabeenyaa isaanii irraa buqqa’uuyaa’iin mirgoolee namoomaa Itiyoophiyaa beeksisee. Gaafii caasaa ka’uumsa walitti bu’iinsaa naannicha jiru deebisuudhaaf yaadamee bara 2003tti mootummaan…

Source: Link to the Post

Leave a Reply