Godina Wallagga bahaa aanaa Giddaa ayyaanaatti namootiin 70 hidhattoota Shaneetiin fudhatamun isaanii dhaga’ame

NaannooOromiyaa Godina Wallagga bahaa aanaa Giddaa ayyaanaatti namootiin 70 hidhattoota ABO Shaneetiin uguraman isaanii jiraattonni naannichaa Addis Maaladaatti himan. Madden Addis Maaladaa akka isaaniitti ergamtoota ABO Shaneetii jachuudhaan jiraattoota aanaa Giddaa Ayyaanaa magaalaa Angar Gutinii garagaarsakennuufjattu kan jedhuun walitti qabanii…

Source: Link to the Post

Leave a Reply