Naannoo Tigraayitti barsiiftoota buqqaatoota yuuniivarsiitiiwwan keessa barsiisaa turaniifi mindaa kanfalamu jalqabee

Barsiiftoota universiitiiwwan Tigraayii kessa barsiisaa miindaan isaanii jalaa addaan citee ture jidduudhaa miindaan barsiiftoota yuniiversiitiwwan Raayyaafii Maqalee akka kaffalameef Addis Maaladaaf ibsan. Sababii waraana Tigraayitti ka’een barumsa kan addaan kutan Barsiiftonni yuuniivarsiitiiwwan naannoo Tigraay baatilee lamaaf isa ol darbaniif mindaan…

Source: Link to the Post

Leave a Reply